watermark logo

Volgende


Michuu | Mehandis Geleto | New Oromo Music Video 2024

4 Bekeken
Hotney
5
gepubliceerd op 08/02/24 / In

Michuu | Mehandis Geleto | New Oromo Music Video 2024



* Assalaamaleykum salaamataa nattin boonin cubbuun si argataa
Salaamataa rabbii nan didinii nagaa koof marhaabaa naa jedhiinii.
*Waaleykum wossalaam siin jedheeraa salaamataan kankee na****eeraa atis salaamataan dagatinii hafuura kee narraan dhaabbisinii.

Naa jedhiinii narraa qaanessinii
Naa jedhiinii fuulan dhoowwatinii
Naa jedhiinii asham kaa mee noor kaa
Naa jedhiinii seenii naa jedhiinii
Naa jedhiinii ilkaan cabbii dhaa
Naa jedhiinii bareedduu saniinii
Naa jedhiinii kolfii naa simadhuu
Naa jedhiinii milkiin naa ergiinii

Ta'ii naa ta'ii naa ta'ii naana ee tolii naa tolii naa tolii anaa kaadhuu naa dafii naa dafi naana ee lubbuu natti horii natti hori anaa 2×

Bicuu shee bicuu bicuu tolee keen eegaa michuu guddaadhaa mitii bicuu zamzama kee naan qiccuu 2×

Ayyaalaa ayyaalayee muhabbaa namaaf ayyalayee nagaan ooli
Ayyaalaa Ayyaalayee muhabbaa namaaf ayyalayee nagaan ooli.

* 2nd verse
Naa jedhiinii sanyii worra mootii
Naa jedhiinii dhiigaafii lafeenii
Naa jedhiinii ganamaan badhaatee
Naa jedhiinii gootaafii hayyuunii
Naa jedhiinii anis hidda keetii
Naa jedhiinii ofiif naanis boonii
Naa jedhiinii karaan dheeressinii
Naa jedhiinii nu woliifi foonii .

Laat meer zien
0 Comments sort Sorteer op

Volgende